leenjii.com
leenjii: leenjiin adeemsa dandeetti ofii gabbisuuti. hojiin kan hammatamuudha(kan muldhatuudha.
-dhiphaadha
- ga'uumsaa fi oomisha dabaluufi
- waa'ee sanaa qofa ilaallata
barnoota: baruumsa afaanii daree barnootattis ta'ee haala garaagaraa fi bakkaa garaagaraatti.
-sirreeffama afaaniniiti
-baldhaadha.
-hojii fuuladuraati
-beekumsa waliigalaati
leenjiin homaa miti garuu hojiidhaan barachuudha. sagantaa yaada karoora garii dandeetti dhunfaa guddisuu fi beekumsa humna namaati.
leenjii fi barnoota
leenjii: leenjiin adeemsa dandeetti ofii gabbisuuti. hojiin kan hammatamuudha(kan muldhatuudha.
-dhiphaadha
-dandeetti hojiiti
-hojii ammaati- ga'uumsaa fi oomisha dabaluufi
- waa'ee sanaa qofa ilaallata
barnoota: baruumsa afaanii daree barnootattis ta'ee haala garaagaraa fi bakkaa garaagaraatti.
-sirreeffama afaaniniiti
-baldhaadha.
-hojii fuuladuraati
-beekumsa waliigalaati
leenjiin homaa miti garuu hojiidhaan barachuudha. sagantaa yaada karoora garii dandeetti dhunfaa guddisuu fi beekumsa humna namaati.
Furtuu garaagarummaa leenjiifi barnootaa
Garaagaruummaan isaan waliin qaban inni ijoo kanneen gadiit.
- leenjiin dandeettii nama dhuunfati. barnoonni garuu beekumsa afaaniin kuta barnootatti kenname hunda qabata.
- leenjiin mala ittiin dandeetti waanta tokkoo dabalanuudha., baruumsi ammoo gosa adeemsa barruumsati.
- leenjiin mulumaa waanta hojiin agarsiifamu irratti hundaa'a. kun ammoo barnootaf faalladha inni qajeelcha afaanii qofa hammata waan ta'eef.
- hubannaan leenjii waan tokko qofa irratti xiyyeefata , kan barnoota garuu baay'ee baldhaadha.
- leenjiin muuxxannoo harkaa hojii sana hammata. karaa biraan, barnoonni baruumsa daree hammata.
- leenjiin nma hojii jiruuf qopheessa. faalladhaan, baruumsi hojii fulduraatifi miidhaa isaaf nama qopheessa.
- barbaachisummaan leenjii ga'uumsaa fi oomisha hojjataa guddisuuf. fallaan barnoonni ammoo, barbaachisummaan isaa miira sababaa fi haqummaa guddisuuf.
- yeroo leenjii, namni kan baratu, haala kamiinan waan kana hojjadhaadha. barnoonni garuu hundaa isaa dabalata.
ምንም አስተያየቶች የሉም:
አስተያየት ይለጥፉ